Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa

Download Report

Transcript Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa

EBLA 2016
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa
BARREEFFAMA QOANNAA WALGAII
+
La kk . 2
2 0 16
34567
YESUS KAN DHIPHATEE
FI KAN DUE MAALIIFI?
MASARAA EEGUMSAA
MASARAA EEGUMSAA (fuula dhumaa)
Gaaffii: Yaada caqasa kana irra jiru
beektaa?
Gaaffii: Mee gaaffii kanaaf deebiiwwan yeroo baayee
kennaman qalbeeffadhu. [Gaaffii jalqabaa fi deebiiwwan
kennaman sadan dubbisi.] Ati hoo maal jetta?
Caqasa: Yoh 3:16
AYYAANA YAADANNOO DUA YESUS ROOBII, BITOOTESSA 14, 2008
Barreeffamicha Kennuuf: Maxxansi
Masaraa Eegumsaa kun Yesus dhiphachuu fi
duuun isaa akkamitti akka si fayyaduu
dandau ibsa.
Barumsa Macaafa Qulqulluu
MACAAFNI
QULQULLUUN
Maal BARSIISA?
Gaaffii: Namoonni Waaqayyootti amanan
hedduun gara isaatti akka dhihaatan
isaanitti dhagaama. Kitaabni Qulqulluun
Waaqayyootti akka dhihaannu kan nu afeeru
tauu isaa beektaa?
Gaaffii: Yaq 4:8a
Barreeffamicha Kennuuf: Kitaabni kun
Kitaaba Qulqulluutti fayyadamuudhaan
waaee Waaqayyoo caalaatti barachuuf akka
nu gargaaruuf kan qophaae dha. [Kitaaba
Barumsa Macaafa Qulqulluu boqonna 1
ibsi.]
Caqasa: Mat 4:1-4
Barreeffamicha Kennuuf: Diiyaabilos Yesusii wajjin kan
dubbatee fi kan isa qore erga taee, Diiyaabilos amala
hammeenyaa qofa miti jechuu dha. Kitaabni Qulqulluun
Diiyaabilosiin ilaalchisee wanta ibsu kan biraa qabaa?
Mata dureen kun dhimma kana irratti ibsa balaa kenna.
ITTIIN LIXA MATAA KEE QOPHEEFFADHU
Gaaffii:
Caqasa:
Barreeffamicha Kennuuf:
Obbolootaa fi obboleettota walgaii biyyoolessaa bara 2014tti, Niiwu Jarsii, Yunaayitid Isteetisitti geggeeffame irratti argaman
Ittiin Lixa
E B L A 4 - 1 0 IYO O B 1 6 - 2 0
˙ Faarfannaa 50 fi Kadhannaa
˙ Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
˙ “Jechoota Gaarummaa Argisiisaniin Warra Kaan Jajjabeessaa!”: (Daq. 10)
Iyo 16:4, 5—Namni gorsa kennu dubbii isaatiin warra
kaan kan jajjabeessu tauu qaba (w90-AM 6-111 ful. 22
key. 6-7)
Iyo 19:2—Dubbii hamaan Biildaad dubbate, Iyoob aariidhaan akka dubbatu godheera (w06-AM 3/15 ful. 15
key. 6; w94-AM 10/1 ful. 32)
Iyo 19:25—Iyoob yommuu qorumsi cimaan isa irra gae,
abdiin duaa kauu isa jajjabeesseera (w06-AM 3/15
ful. 15 key.5; it-2-E 735 key. 2-3)
˙ Ittiin Lixa Jia Kanaa Qophaai: (Daq. 15) Mareedhaan kan
dhihaatu. Ittiin lixa viidiyoodhaan qophaae hunda taphachiisi; achiis yaada ijoo irratti mariadhaa. Ittiin lixa mataa isaanii akka qopheeffatan babalistoota jajjabeessi.
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
˙ Faarfannaa 42
˙ “Mata Duree Haaraa Maree Jalqabuuf Gargaaru”:
(Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Hundumtuu maree
qoannaa Kitaaba Qulqulluu jalqabsiisuuf gargaaru gochuudhaaf, mata duree “Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?” jedhutti akka fayyadaman jajjabeessi.
˙ Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Iyo 19:20, miiljalee NW—Iyoob “gogaa ilkaan kootii duwwaadhaanan miliqe” yeroo jedhu maal jechuu isaa ture?
(w06-AM 3/15 ful. 15 key. 1; it-2-E 977 key. 1)
˙ Gaaffii Dubbistootaa: (Daq. 5) Haasaa Masaraa Eegumsaa Guraandhala 15, 2015, fuula 30, keeyyata 4-6 irratti
hundaaee jaarsaan dhihaatu.
Iyo 19:26—Namni Yihowaa arguu hin dandau erga taee,
Iyoob “Waaqayyoon arguu” kan dandae akkamitti? (w94AM 11/15 ful. 19 key. 17)
˙ Qayyabannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: ia boq. 2 key. 1323, Irra Deebii ful. 27 (Daq. 30)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaee Yihowaa
maal na barsiisa?
˙ Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban itti Aanuu
(Daq. 3)
˙ Faarfannaa 17 fi Kadhannaa
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin
tajaajila irratti itti fayyadamuu dandau isa kami?
˙ Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: Iyo 19:1-23 (Daq. 4 ykn isaa
gad)
Mata Duree Haaraa Maree Jalqabuuf Gargaaru
Amajjii 2016 jalqabee, fuula dhumaa Masaraa Eegumsaa irratti
mata duree haaraan “Kitaabni
Qulqulluun Maal Jedha?” jedhu ni
baa. Mata duree haaraan kun kan
qophaae yaadawwan Kitaaba Qulqulluu irratti maree jalqabuuf akka
gargaaruufi dha. Akkaataan itti
qophaae akkaataa tiraaktonni
keenya itti qophaaanii wajjin wal
fakkaata. Gaaffii ilaalchaa, deebii
Kitaaba Qulqulluu irratti hundaaee fi qabxiilee maree dabalataa gochuuf gargaaran kan qabate dha.
2
Yaadawwan Kitaaba Qulqulluu
irratti maree gammachiisaa gochuun gara qoannaatti ceuuf gargaara. Mata duree haaraa kanatti
fayyadamuudhaan namoonni fedhii hafuuraa isaanii akka guuttatan gargaaraa.—Mat 5:6.
ITTI FAYYADAMUU KAN
DANDEENYU AKKAMITTI?
KITAABNI QULQULLUUN MAAL JEDHA?
Yeroo duunu maal taana?
raanna kan jedhan sia tau, warri kaan immoo
duuti dhuma waan hundumaa ti jedhu. Ati
maal jettee amanta?
MAAL SITTI FAKKAATA?
˙ Eeyyee ˙ Lakki
˙ Tauu dandaa
KITAABNI QULQULLUUN MAAL JEDHA
KITAABNI QULQULLUUN MAAL JEDHA?
Kitaaba Macaafni Qulqulluun
Maal Barsiisa? jedhamu naa ergaa
4
Barruu sana kenniif
5
Deebitee dhaquuf haala mijeessi; achiis
gaaffii isa lammaffaa irratti mariadhaa
MAQAA TEESSOO Teessoo argachuuf fuula 2 ilaali
s
Caqasa mata duree “Kitaabni Qulqulluun
Maal Jedha?” jedhu jala jiru dubbisi;
achiis caqasicha irratti yaada inni qabu
gaafadhu. Yoo yeroo qabaate, mata duree
“Wanta Dabalataa Kitaaba Qulqulluu Irraa
Barannu” jedhutti fayyadamuudhaan maricha itti fufi
AFAAN Odeeffannoo dabalataa argachuuf,
kitaaba Dhugaa Baatota Yihowaatiin
qophaae kana boqonnaa 6ffaa ilaali
p
3
˙ Yeroo baayee Kitaabni Qulqulluun duaa fi
hirriba wal fakkeessa. (Yohannis 11:11-14) Akkuma
nuyi nama rafe dammaqsuu dandeenyu, Waaqayyos namoota duan kaasuu ni dandaa.—Iyoob 14:
13-15.
˙ Kitaabni Qulqulluun namoonni duaa kaan
baayeen akka jiran kan dubbatu sia tau, kun immoo namoonni duan akka kaan amanuuf buuura
nuu taa.—1 Mootota 17:17-24; Luqaas 7:11-17; Yohannis 11:39-44.
˙ Nama jalqabaa kan tae Addaam yeroo due gara
biyyootti deebie. (Uumama 2:7; 3:19) Haaluma
wal fakkaatuun, kan duu hundi gara biyyootti
deebia.—Lallaba 3:19, 20.
˙ Namoonni duan cubbuu isaanii irraa bilisa baaniiru. (Roomaa 6:7) Namni tokko erga duee booda
adabbii kan biraan hin jiru.
Barruu kanaa fi
kanaan dura baan
kaffaltii malee
garagalfadhu
Isa dhaggeeffadhu, deebii inni kennuufis
isa galateeffadhu
WANTA DABALATAA KITAABA QULQULLUU IRRAA
BARANNU
WANTA DABALATAA KITAABA QULQULLUU IRRAA
BARANNU
n
o
2
‘Duaa kauun jira.’—Hojii Ergamootaa 24:15.
“Warri duan garuu waan tokko iyyuu hin beekan.” (Lallaba 9:5) Yeroo duunu, jireenyi keenya addaan cita.
Kitaabichi www.jw.org/om irrattis
ni argama
Gaaffiiwwan dhihaatan keessaa tokko
gaafadhu
Namoonni duan deebianii
jiraachuu dandauu?
NAMOONNI TOKKO TOKKO bifa kan biraatiin ji-
MACAAFNI
QULQULLUUN
Maal BARSIISA?
1
Kitaabni Qulqulluun
Intarneetii irratti
afaan 100 oliin
argama
www.jw.org/om
ilaali ykn koodii
kana dubbisiisi
EBLA 4 - 10
IYOOB 16-20 Jechoota
Gaarummaa Argisiisaniin Warra Kaan
Jajjabeessaa!
16:4, 5
Namni gorsa kennu dubbiin isaa warra kaan kan
jajjabeessu tauu qaba
˙ Iyoob baayee gaddee fi dhiphatee waan tureef deggersii fi
jajjabinni warra kaanii isa barbaachisee ture
˙ Michoonni Iyoob sadan wanta isa jajjabeessu tokko illee hin
dubbanne. Kanaa mannaa, isa ceephauudhaan caalaatti isa
dhiphisan
19:2, 25
Dubbii hamaan Biildaad dubbate, Iyoob
aariidhaan akka dubbatu isa godheera
˙ Iyoob Waaqayyo boqonnaa akka isaaf kennu, kaan
illee hafee duaan akka isa boqochiisu kadhateera
˙ Iyoob abdii duaa kauu irratti kan xiyyeeffate sia
tau, amanamaa taee itti fufeera
WARRA IYOOBIIN CEEPHAAN
Eliifaaz:
Ceephoo sobaa:
˙ Tarii nama Temaan isa biyya Edoom tauu hin oolu.
Ermiyaas 49:7 irratti Temaan, wiirtuu ogummaa biyya
Edoom akka taate ibsameera
˙ Amanamummaa Iyoob qabu irratti kan gaise tauu isaa irra iyyuu, Waaqayyo tajaajiltoota isaa irratti amantii akka hin qabne
dubbateera (Iyo 4, 5)
˙ Namoota Iyoobiin ‘jajjabeessan’ keessaa Eliifaaz jalqaba irratti kan dubbate, umriidhaan waan hunda
isaanii caaluu fi iddoo guddaa waan qabuuf tauu hin
oolu. Sia sadii kan dubbate sia tau, namoota lamaan
caalaas yeroo dheeraadhaaf dubbateera
˙ Eliifaaz, Iyoob qajeelaa akka taetti kan of ilaalu, hamaa fi Waaqayyoon kan hin sodaanne akka tae dubbateera (Iyo 15)
Biildaad:
Ceephoo sobaa:
˙ Sanyii Shuaahii ti. Naannoo Laga Efraaxiis jiraatee
tauu hin oolu
˙ Ijoolleen Iyoob cubbuu akka hojjetan, balaan isaan irra gae
kan isaaniif malu akka taee fi Iyoob iyyuu Waaqayyotti akka hin
amanne dubbate (Iyo 8)
˙ Lammaffaa irratti kan dubbate isa ture. Sia sadii kan
dubbate yommuu tau, dubbiin isaa gaggabaabaa fi
kan Eliifaaz caalaa Iyoobiin kan miidhu ture
Zofaar:
˙ Naaimaaticha kaaba dhiha biyya Arabaa jiraachaa
ture tauu hin oolu
˙ Sadaffaa irratti kan dubbate isa sia tau, warra kaan
caalaa garmalee Iyoobiin ceephaeera. Sia lama qofa
dubbate
˙ Eliifaaz, Iyoob sassattuu fi murtoo kan jalisu akka tae, akkasumas namni Waaqayyo duratti faayidaa akka hin qabne dubbateera (Iyo 22)
˙ Iyoob nama jalaa akka tae dubbate (Iyo 18)
˙ Namni amanamaa tauun isaa faayidaa akka hin qabne dubbate
(Iyo 25)
Ceephoo sobaa:
˙ Iyoob sobduu akka tae dubbachuudhaan isa ceephae; akkasumas yakka hojjetu akka of irraa fageessu isatti hime (Iyo 11)
˙ Iyoob nama jalaa fi cubbuutti gammadu akka tae dubbate
(Iyo 20)
5 2016 Christian Congregation of Jehovah’s Witnesses. Printed in Germany.
5 Druck und Verlag: Wachtturm Bibel- und Traktat-Gesellschaft, Selters/Ts., V. i. S. d. P. Manfred Steffensdorfer, Selters/Ts.
3
E B L A 1 1 - 1 7 IYO O B 2 1 - 2 7
˙ Faarfannaa 52 fi Kadhannaa
˙ Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
˙ “IyoobYaada Dogoggoraa Moeera”: (Daq. 10)
Iyo 22:2-7—Eliifaaz sobaan hadheessuudhaan, akkasumas ilaalcha dhuunfaa irratti hundaauudhaan gorsa
kenne (w06-AM 3/15 ful. 15 key. 7; w05-AM 9/15 26-27;
w95-AM 2/15 ful. 27 key. 6)
Iyo 25:4, 5—Biildaad yaada dogoggoraa dubbate
(w05-AM 9/15 ful. 26-27)
Iyo 27:5, 6—Iyoob warri kaan amanamummaa isaa eegaa
akka hin jirre isa amansiisuuf yommuu yaalan yaada isaanii hin fudhanne (w09 8/15 ful. 4 key. 8; w06-AM 3/15 15
key. 9)
˙ Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Iyo 24:2—Dhagaa daarii buqqisuun adaba guddaa kan
geessisu maaliif ture? (it-1-E ful. 360)
Iyo 26:7—Wanti Iyoob lafa ilaalchisee dubbate xiyyeeffannaa namaa kan harkisu maaliifi? (w15-AM 6/1 ful. 5
key. 4; w11 7/1-AM ful. 26 key. 2-5)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaee Yihowaa
maal na barsiisa?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin
tajaajila irratti itti fayyadamuu dandau isa kami?
˙ Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: Iyo 27:1-23 (Daq. 4 ykn isaa
gad)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
˙ Guyyaa Jalqabaa: Fuula jalqabaa wp16.2—Deebitee
dhaquudhaaf haala mijeessi. (Daq. 2 ykn isaa gad)
˙ Deddeebii Gaaffii: Fuula jalqabaa wp16.2—Deebitee
dhaquudhaaf haala mijeessi. (Daq. 4 ykn isaa gad)
˙ Qoannaa Kitaaba Qulqulluu: bh ful. 145 key. 3-4
(Daq. 6 ykn isaa gad)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
˙ Faarfannaa 54
˙ Aboottee Utuu hin Fayyadamin Abbaa Humnaa Moi:
(Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Animeeshinii gabatee
adii Aboottee Utuu hin Fayyadamin Abbaa Humnaa Moi
jedhu taphachiisi. (JW.ORG/OM baniitii WANTOOTA QOPHAAAN ˛ VIIDIYOOWWAN jalaa argata.) Achiis, gaaffiiwwan
armaan gadii irratti mariadhaa: Ijoolleen abbaa humnaa
taan ijoollee kaan kan sossodaachisan maaliif tauu
dandaa? Miidhaa ijoolleen abbaa humnaa taan geessisan
dhiibbaa akkamii geessisa? Nama abbaa humnaa tae dandamachuu ykn irraa fagaachuu kan dandeessan akkamitti?
Ijoolleen abbaa humnaa taan yoo isin miidhan eenyutti himuu qabdu? Kitaaba Gaaffii Dargaggootaa (Amaariffa),
Jildii 2, boqonnaa 14 irratti akka xiyyeeffatan godhi.
˙ Qayyabannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: ia boq. 3 key. 1-13
saanduqa ful. 33 (Daq. 30)
˙ Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban itti Aanuu
(Daq. 3)
˙ Faarfannaa 26 fi Kadhannaa
IYOOB 21-27 Iyoob Yaada
Dogoggoraa Moeera
Seexanni tajaajiltoota Yihowaa yeroo haraa jiran abdii kutachiisuuf sobatti fayyadama. Akkuma
Kitaaba Iyoob keessatti ibsame, garaa garummaa soba Seexanni dubbatuu fi wanta dhugumaan
Yihowaatti dhagaamu gidduu jiru hubadhu. Caqasawwan Kitaaba Qulqulluu Yihowaan
dhugumaan akka siif yaadu mirkaneessan dabalataa tarreessi.
SOBA SEEXANNI DUBBATU
˙ Waaqayyo tajaajiltoota isaa irraa wanta
hedduu waan eeguuf wanta isaan godhanitti
hin gammadu. Uumamni kam iyyuu isa
gammachiisuu hin dandau (Iyo 4:18; 25:5)
WANTA DHUGUMAAN YIHOWAATTI DHAGAAMU
˙ Yihowaan carraaqqii xinnoo nuti goonu ni dinqisiifata (Iyo 36:5)
˙ Yihowaan tajaajila amanamummaadhaan dhiheessinu ni fudhata;
ni eebbisas (Iyo 33:26; 36:11)
˙ Namni Waaqayyo duratti gatii hin qabu
(Iyo 22:2)
˙ Qajeelaa yoo taates Waaqayyo dhimma hin
qabu (Iyo 22:3)
˙ Yihowaan namoota qajeeloo irraa ija isaa hin buqqifatu (Iyo 36:7)
4
E B L A 1 8 - 24 IYO O B 2 8 - 3 2
˙ Faarfannaa 17 fi Kadhannaa
˙ Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
˙ “Iyoob Amanamummaa Eeguu Ilaalchisee Fakkeenya
Taa”: (Daq. 10)
Iyo 31:1—Iyoob ija isaa wajjin “kakuu” galeera (w15 6/15
ful. 16 key. 13; w15 1/15 ful. 25 key. 10)
Iyo 31:13-15—Iyoob nama gad of qabu, haqa qabeessaa
fi warra kaaniif kan yaadu ture (w10 11/15 ful. 30
key. 8-9)
Iyo 31:16-25—Iyoob namoota harka qalleeyyii taaniif
arjaa ture (w10 11/15 ful. 30 key. 10-11)
˙ Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Iyo 32:2—Iyoob ‘Waaqayyoon qajeelaa gochuu irra ofii
isaa qajeelaa of gochuuf’ kan yaale akkamitti? (w15-AM
7/1 ful. 12 key. 2; it-1-E 606 key. 5)
Iyo 32:8, 9—Eliihuun umuriin isaa warra isa dhaggeeffatanii gad taus dubbachuu akka dandau kan isatti
dhagaame maaliifi? (w06-AM 3/15 ful. 16 key. 1;
it-2-E 549 key. 6)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaee Yihowaa
maal na barsiisa?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin
tajaajila irratti itti fayyadamuu dandau isa kami?
˙ Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: Iyo 30:24–31:14 (Daq. 4 ykn
isaa gad)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
˙ Guyyaa Jalqabaa: wp16.2 11-13—Deebitee dhaquudhaaf
haala mijeessi. (Daq. 2 ykn isaa gad)
˙ Deddeebii Gaaffii: wp16.2 11-13—Deebitee dhaquudhaaf
haala mijeessi. (Daq. 4 ykn isaa gad)
˙ Qoannaa Kitaaba Qulqulluu: bh ful. 148 key. 8-9 (Daq. 6
ykn isaa gad)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
˙ Faarfannaa 48
˙ Amanamummaa Warra Kaanii Irraa Barachuu (1Phe
5:9): (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo
Haarooldi Kiingi: Mana Hidhaa Keessattis Amanamaa
Taeera jedhu taphachiisi. Achiis gaaffiiwwan armaan
gadii irratti mariadhaa: Obboleessi keenya Kiingi yeroo
mana hidhaa turetti karaa hafuraa jabaatee kan dhaabate
akkamitti? Faarfannaawwan Mootummichaa faarfachuun
haala rakkisaa nu mudatu dandamachuuf nu gargaaruu
kan dandau akkamitti? Amantii cimaan obboleessi keenya Kiingi argisiise kan isin jajjabeesse akkamitti?
˙ Qoannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: ia boq. 3 key. 14-21,
saanduqa ful. 34, irra deebii ful. 37 (Daq. 30)
˙ Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban itti Aanuu
(Daq. 3)
˙ Faarfannaa 40 fi Kadhannaa
IYOOB 28-32 Iyoob
Amanamummaa Eeguu
Ilaalchisee Fakkeenya Taa
31:13-15
Iyoob akkaataa namoota itti qabu
irratti fakkeenya gaarii taa
˙ Nama gad of qabu, haqa qabeessaa
fi gara laafessa ture. Iddoon hawaasa
keessatti qabanis tae haalli dinagdee
isaanii maal iyyuu yoo tae namoota
hundaaf kan yaadu ture
31:16-19
31:1
Iyoob ulaagaa Yihowaan
naamusaaf baase
hordofuuf kutatee ture
Iyoob ofittoo hin turre;
kanaa mannaa arjaa ture
˙ Namoota gargaarsi isaan
barbaachisu ni gargaara ture
˙ Ija isaa ni toata ture;
miira jaalalaatiin kan ilaalus
haadha manaa isaa qofa ture
5
E B L A 2 5 – C A A M S A A 1 IYO O B 3 3 - 3 7
˙ Faarfannaa 50 fi Kadhannaa
˙ Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
˙ “Michuun Dhugaa Gorsa Nama Jajjabeessu Namaa
Kenna”: (Daq. 10)
Iyo 33:1-5—Eliihuun Iyoobiif ulfina akka kennu argisiiseera (w95-AM 2/15 ful. 28 key. 5- ful. 29 key. 3)
Iyo 33:6, 7—Eliihuun nama gad of qabuu fi nama gaarii
ture (w95-AM 2/15 ful. 28 key. 5-ful. 29 key. 3)
Iyo 33:24, 25—Eliihuun yommuu gorsa isaaf kennutti illee
Iyoobiin jajjabeesseera (w11-AM 4/1 ful. 23 key. 3; w09
4/15 ful. 4 key. 8)
˙ Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Iyo 33:24, 25—‘Fureen’ Eliihuun caqase maal tauu
dandaa? (w11-AM 4/1 ful. 23 key. 3-5)
Iyo 34:36—Iyoob qorumsi kan isa irra gae hanga maaliitti
dha? Kuni hoo maal nu barsiisa? (w94-AM 11/15 ful. 17
key. 10)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaee Yihowaa
maal na barsiisa?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa qabxiin
tajaajila irratti itti fayyadamuu dandau isa kami?
˙ Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: Iyo 33:1-25 (Daq. 4 ykn isaa
gad)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
˙ Guyyaa Jalqabaa: Ittiin lixa akka fakkeenyaatti kennametti fayyadamuudhaan waraqaa afeerrii walgaii naannoo 2016 kenni. (Daq. 2 ykn isaa gad)
˙ Deddeebii Gaaffii: fg barumsa 12 key. 4-5—Nama waraqaa afeerrii walgaii naannoo fudhateef deddeebiin gaaffii
yommuu godhamu hojiin argisiisaan dhiheessi. Deebitee
dhaquudhaaf haala mijeessi. (Daq. 4 ykn isaa gad)
˙ Qoannaa Kitaaba Qulqulluu: jl barumsa 11—Barataan
kee walgaii naannoo irratti akka argamu jajjabeessi.
(Daq. 6 ykn isaa gad)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
˙ Faarfannaa 25
˙ “Yaadachiisawwan Walgaii Naannoo”: (Daq. 8) Haasaadhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Yaadachiisawwan Walgaii
Naannoo jedhamu taphachiisi. Karoora guyyaa sadanuu
walgaicha irratti argamuuf baafatan akka mirkaneeffatan
hunduma isaanii jajjabeessi. Qophii gumichi waraqaa
afeerrii walgaii naannoo raabsuuf godhe addeessi.
˙ Akka gumichaaf barbaachisutti itti fayyadamaa:
(Daq. 7)
˙ Qoannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: ia boq. 4 key. 1-15,
saanduqa ful. 45 (Daq. 30)
˙ Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban itti Aanuu
(Daq. 3)
˙ Kadhannaa 3 fi Kadhannaa
Yaadachiisawwan Walgaii Naannoo
Akkuma yeroo kaanii, tibba
walgaii naannoottis jaalala Waaqayyoo fi namootaaf qabnu argisiisuu barbaanna. (Mat 22:3739) Qorontos Isa Duraa 13:4-8
wantoota jaalalli raawwatu ibsa:
“Jaalalli obsaa dha, gaarummaas ni argisiisa. . . . amala sirrii
hin taane hin argisiisu, faayidaa
mataa isaa qofa hin barbaadu,
hin aaru. . . . Jaalalli matumaa
hin badu.” Viidiyoo Yaadachiisawwan Walgaii Naannoo jedhamu yommuu ilaaltan, karaawwan
walgaii naannoo irratti jaalala
namootaaf qabdan itti argisiistan irratti yaadaa.
6
HAALA ARMAAN GADII KEESSATTI JAALALA
ARGISIISUU KAN DANDEENYU AKKAMITTI?
Yommuu teessuma qabannu.
Yommuu muuziqaan sagantichi
jalqabuu isaa beeksisu dhagaamu.
Magaalaa walgaiin naannoo sun
itti godhamu keessatti iddoo
boqonnetti.
Tajaajila fedhaa kennuudhaan.
E B L A 2 5 – C A AM SA A 1
IYOOB 33-37 Michuun
Dhugaa Gorsa Nama Jajjabeessu Namaa Kenna
Qabiyyeen gorsa Eliihuun kennees tae akkaataa inni itti Iyoobiin qabe kan Eliifaaz, kan Biildaadii fi kan Zofaar irraa
guutummaatti adda ture. Eliihuun michuu dhugaa, nama gorsa gaarii kennuu fi fakkeenyi isaa hordofamuu qabu akka tae
mirkaneesseera.
AMALAWWAN GORSA BUA QABEESSA TAE KENNUUF GARGAARAN
˙ OBSA
˙ GAD OF QABUU
˙ XIYYEEFFANNAADHAAN
DHAGGEEFFACHUU
˙ KAN SALPHAATTI ITTI
DHIHAATAMU TAUU
˙ ULFINA KENNUU
˙ RAKKINA NAMOOTAA AKKA
KAN OFIITTI ILAALUU
˙ ILAALCHA MADAALAMAA
QABAACHUU
˙ GAARUMMAA
˙ WAAQAYYOON TILMAAMAA
KEESSA GALCHUU
ELIIHUUN FAKKEENYA GAARII NUUF KAAEERA
32:4-7, 11, 12; 33:1
˙ Eliihuun hanga namoonni
guguddaan dubbatanii
xumuranitti obsaan eegeera
˙ Gorsa kennuu isaa dura dhimma
isaa xiyyeeffannaadhaan
dhaggeeffatee akka gaariitti
hubachuuf yaalii godheera
˙ Iyoobiin maqaadhaan waameera;
akka michuu isaattis itti
dubbateera
33:6, 7, 32
˙ Eliihuun mudaa kan qabu tauu
isaa amanuudhaan, kan gad of
qabuu fi nama gaarii tauu isaa
argisiiseera
˙ Dhiphina Iyoob akka kan
isaatiitti ilaaleera
33:24, 25; 35:2, 5
˙ Eliihuun ilaalchi isaa sirrii akka
hin taane gaarummaadhaan
Iyoobiin hubachiiseera
˙ Eliihuun wanti iddoon guddaan
kennamuufii qabu qajeelummaa
isaa akka hin taane akka hubatu
Iyoobiin gargaareera
˙ Gorsi gaariin Eliihuun Iyoobiif
kenne, qajeelfama dabalataa
Yihowaa irraa argatu akka
fudhatuuf isa qopheesseera
7
E B L A 2 5 – C A AM SA A 1
Duula Afeerrii Walgaii Naannoo
Waggaa waggaadhaan, nyaata hafuuraa walgaii naannoo keenya
irratti argannu hawwii guddaadhaan eegganna. Namoonni kaanis
nuu wajjin argamanii gaarummaa Yihowaa dhandhamanii akka
ilaalaniif hamma nuu dandaame namoota hedduu afeerra.
(Far 34:8) Qaamni jaarsolii waraqaa afeerrii kana raabsuuf mala
akkamiitti utuu fayyadamnee gaarii akka tae ni murteessa.
WANTOOTA IRRATTI YAADUU QABDU
Walgaiin naannoo koo yoomi?
Gumiin keenya waraqaa afeerrii raabsuu kan jalqabu yoomi?
Walgaiin tajaajila dirree gumii yoom godhama?
Duulichaaf karoora akkamii baafadheera?
Eenyufaan afeeruuf karoorfadhe?
NAMOOTA FEDHII ARGISIISAN GARGAARUU KAN DANDEESSU AKKAMITTI?
Erga nagaa gaafattee booda
akkana jechuu dandeessa:
Mootiin Israael Daawit akkana jedhee
kadhatee ture:
“Namoonni qophii adda tae
tokko irratti akka argaman
afeeruuf addunyaa maratti
waraqaa afeerrii kana
raabsaa jirra. Guyyaa, saaatii fi iddoon isaa
waraqaa kana irratti ibsameera. Nu wajjin
utuu argamtee nutti tola.”
8
“NAMA AMANAMAA TAEEF
AMANAMAA NI TAATA.”
—2 Saamuel 22:26, NW.
˙ Waaqayyo amanamoo akka taanu kan nu irraa
barbaadu maaliifi?
˙ Amanamoo tauun, jireenya keenya kan fooyyessu
akkamitti?
˙ Waaqayyo, ‘amanamaa kan nuuf tau’ akkamitti?
Gaaffiiwwan kun qophii namoonni hundi akka irratti
hirmaataniif godhame irratti deebii argatu.
Kun waraqaa afeerrii kee ti.
Hamma nuuf dandaame namoonni
hedduun walgaii naannoo irratti akka
argaman kan afeerru taus, namoota
fedhii argisiisan gargaaruuf
dammaqoo tauu qabna.
Sanbadduraa fi Dilbata, waraqaa
afeerrii wajjin barruulee kennuu
dandeessu.
Vol. 1, No. 4
La kk . 2
2 0 16
34567
YESUS KAN DHIPHATEE
FI KAN DUE MAALIIFI?
AYYAANA YAADANNOO DUA YESUS ROOBII, BITOOTESSA 14, 2008
mwb16.04-OA
151214
WANTA JECHUU DANDEESSU