Jawar Mohammed OSA

Download Report

Transcript Jawar Mohammed OSA

Qabsoon Oromoo Eessa Geeyse? Fuuldureen Isiihoo?

Kora Waldaya Qorannoo Oromootirratti kan dhiyaate Ebla 3, 2010, Yuunivarsitii Minnesotaa

Jawaar Siraaj Muhammad

Tartiiba Dubbii

● Oromoon maalif qabsoo tana eegale?

● Kaayoo qabsoo akkamitti hubatamti?

● Qabsoon Oromoo eessa geesse?

● Akeekni Qabsoo yeroo ammaa maal ta'u qabdi?

● Tarsiimoon akeeka kana fiixan baasuuf nu gargaaran maal fa'a?

● Tooftaalee akkamitittu bu'aa qaba?

● Goolabbii dubbii

Kaayoo akkamitti hubanna?

Sababa Fincilaa

1)

Moo'amuu

- Dhumaatii suukanneessaa - Salphina 2)

Sirna nafxanyaa

- Lafti irraa fudhatamee hiyyoome - Ujubaan isaa buqqa'ee - Amba jalatti bule

Karaa

1) Biyya kophaa teenyaa jaaruu 2) Biyyuma jirtutti sirna jijjiiruu

Kaayoo Qabsoo

● Lafa isaa deebifachuu,tarsiimoo misoomaatin diinagdee isaa dagaagsuufi hiyyummaa ofirraa buqqisuu ● Eenyummaa isaa badiirraa dandamachiisee, ● oromummaa isaa ijaarrachuu Sirna cunqursaa ofirraa buqqisee, kan bilisummaammirkaneessuu

Kaayoon Oromoo:

Jireenya fuulduraa tan:

– Bilisummaa ( Oromtichaa, Oromtittii, Oromoo) – Nageenya tasgabbaa'aa – Misoomaafi duroominaatif bu'ura kaayuudha.

Kaayoon tun hagam tarkaanfatte?

● Sababa fincila Raayyaa, Baalee, Xirroofi sochii WMT, kan barattootatin, injifannon lafaa argame ( 1975) ● Hayyoonni seenaa Oromoo qotanii basuun, qubee dagaagsuun, sabboonummaa, Oromummaafi tokkummaa uuman. Kun qabsoo eenyummaa jaaruti ● Dhiibbaa sochii Oromootin, Oromiyaan dhaabattee ilmaan Oromootin bulaa jirti

Marsaalee 8 Qabsoon keessa dabartu

1) Dukkana (normal) 2) Hubannoo/ Dammaqsuu 3) Bilchina Sochii 8)Mirkanfachu u fi Ittifufa qabsoo 7)Fiixa bahiinsa/ Milkaa'ina KAAYOO 6)Hirmaanna Irra jireessaa 4)Sochii bal'aa (take off) 5)Hamileen Caphuu

Maaltu haferee?

● Lafa argannee, haata'uu ammoo tarsiimoo misooma Oromiyaatif mijaa'u hin baafne. Kanaaf Oromoon abbaa lafaa ta'us, hiyyummaan daranuu itti hammaatte ● Afaan, aadaa, duudhaafi amantii keenya guddisuudhaaf horoofi wiirtuu barbaachiso hin qabnu ● Oromiyaan ilmaan Oromootin bulti. Ammoo dantaa ummata isaanii egsisus hin dandeenye.

Kanaafuu Akeekni Qabsoo yeroo ammaa....

● Ummanni Oromoo aangoo mootummaa dhuunfachuudha. Aangoon: ➢ Humna dantaa ofii ittin argatan ➢ Kan roorroo ofirraa ittin ittisan ➢ Injifannoo kara bu'aatti geeddaruun nama gargaara ➢ Hariiroo hawaasummaa cimsuun tokkummaafi nagaya buusuf fayyada

Akeekni kun akkamiin milkaaya?

● Qabsoo tarsiimoon qajeelfamtu barbaachisa ● Tarsiimoon injifannoof fayyadduu qu'aannaafi qorannaa gaafatti.

➔ Dirreen falmiidhaa maal fakkaatti?

➔ Eenyun lolla ( humna, ejjannoo fi tarsiimoo diinaa) ➔ Akkamiin lolla ( ciminafi gurmaa'ina mooraa qabsoo) ➔ Ijjannoofi hariiroon humnoota siyaasaa biyya, naannawaafi addunyaa qabsoo teenya ni miidhamoo ni gargaara ➔ Tooftaan cimina gabbisaniin, laafina, qaawwa laambubaniin maal fa'a?

Kaay oo Tarsiimoo Tooftaa

Xiinxala Haala Qabsoon Keessa jirtuu

Xiinxala Haala Qabsoon Keessa jirtuu: Fakkeenyaaf

Dirreen Falmii maal fakkaatti?

Dirree Falmii Dhaaba Qabsoo Mooraa Qabsoo Dhaaba sirna cunqursaa Mooraa Gitabittuu Jidduu Lafaa

Dhaaba Qabsoo Hirmaattot a Deeggartoota Mararfataa Dirree Falmii Dhaaba gitabittuu Hirmaattot a Keessa hin jirre Mormitu u Deeggartoot a Tokummaafi dalagaa jabeessuu Hawwatuu,amansiisuu, barsiisuu abdachiisuufi sodaa balleessuu.

Shakkii, mamii uumuu, qoqqooduu

Ijjannoofi ilaalcha Humnoota Siyaasa

Radical Liberal Moderate Conservative Reactionary

Seenaafi Falmii Har'aa Utopian Future Glorious Past

Diagnosis Prescription

Degraded Present

Tension / Mobilization

Sirni Cunqursaa maal fakkaata?

Meles Ummata TPLF Tigre PDOs

Namni Maalif Sirna Cunqursaatif Bitama

● Amala ( gabra) ● Safuu (Eritrea) ● Dantaa dhuumfaa ● Sanyummaa ● Sodaa ● Dubbii waaqaa ● Maaltu na dhibee ● Abdii dhabuu ● Ofitti amanuu dhabuu ● OrmaFakkaachuu ● ( kittillayyoo)

Mootummaan Cunqursaan akkamin angorra tura?

Burqaalee humnaa

● Aangoo ( authority) ● Humna namaa ● Beekkumsaafi dandeetti ● Qabeenya diinagdee ● Haala hummataa ● Cunqursaa ( Sanction)

Utubaalee sirnaa

● Poolisii ● Waraana ● Biirokraasii ● Sirna barnootaa ● Dhaabilee amantii ● Sabaa-himaa ● Abbootii qabeenyaa

Diina moo'atanii injifannoo goonfachuu, mooraan qabsoo...

1) Tokkummaa 2) – Namaa – jaarmiyaa ● Hooggana ● Caasaa hojii ● Hirmaattotaa ( miseensa, deeggaraa fi ummata) – Kaayoofi akeekaa ( ummata bal'aaf ta'u) Tarsiimoofi karooraan hojjachuu 3) – Humna jaaruu – Toftaa tartiiba qabdu Naamusa ( jaarmiyaa, qabsaa'ota, ummata)

Gahee Qabsaa'aa tokkoo

Lammii gaarii ta'uu

Finciluu

Gurmessuu, tokkummaa dhin'isuu, hamileefi kutannoo qabaachuu

Injifannoo bu'aatti jijjiiruu

Sochiin Qabsoo bifa lama

Goolabbii Dubbii

● Qabsoon Oromoo yeroodhaaf waan laaffatte fakkaattus fuuldurri isii injifannoodha.

● Oromoon humna horachaa, fira heddummeffachaa, tokkummaa jabeeffachaati tarkaanfachuu qaba ● Tarsiimoo qabsoo saffisiiftuufi dantaa saba keenyaa eeysiftu madaqfachuu qabna.

● Muuxannoo biyyoota biraatirraa barachuu qabna ● Oromoon handhuura Afrikaa bahaati. Hirmaannaa saba kanaa malee nageenyi,

Madda

1.

Gene Sharp. The Politics of Nonviolent Action. Extending Horizon Books., 2005 2.

Bill Moyers et.el. Doing Democracy: The MAP model for Organizing Social Movements., 2001 3.

Leon P. Baradat Political Ideologies: Their Origins and Impact ( 8 th Edition).

4.

Jon R. Katzenbach. The Work of Teams. Harvard Business Review Books., 1998 5.

Drew Westen. The Political Brain: The Role of Emotion in Deciding the Fate of the Nation. Public Affairs., 2007

Gaafii?